Dhadhooha qoonqoo (Pharyngeal Slit)

image showing gill slits in acorn Worm and tunicate
Raammoo akoornii (bitaa) fi tuunikeetii (mirga) keessatti ciccitiiwwan giil (buluudhaan) jiraachuu isaanii.

Dhadhooha qoonqoo qaamolee calaltuu nyaatanii fi tushaaleeyyii lafee dugdaa keessatti argamaniidha. Dhadhooha qoonqoo jechuun banaa irra deddeebi’amee mul’atu kan karaa dilboo qonqoo (pharynx caudal) gara afaanitti mul’atudha. Bakka kanaan bishaan afaan keessaa fi Dhadhooha qoonqoo keessaa akka bahu ni hayyamu.


From Wikipedia, the free encyclopedia · View on Wikipedia

Developed by Nelliwinne