Baarentuu (ykn Baarentoo; (maqaa durii) Baraytumaa ) gosa Oromoo lamaan keessa isa tokko. Gosti inni kan biraa Boorana. Gosti Oromoo Barentu nannoo Oromiyaa Bahaa keessa jiraata. Ummanni Baarentuu godinaalee Oromiyaa, Tigray, fi Amhara, Harargee Bahaa, Harargee Dhihaa, Arsii, Godina Baalee, Walloo, fi asaboo keessa jiraatu.